Friday, February 14, 2014

Odduu gammachissa ummataa oromo oslottif nannoshetii argammanii hunndhaf

Ashamaa,
Gaafa 29.03.2014, IHOOn “Oromo First” fi “Oromiyaa tiyya” waliin magaala Oslotti walgahii ummataa fi galgala aadaa  qindeessaa jira.
Guyyaadhuma kana “Oromo First” community engagement irraa Obbo Jawar Mohammed kan argamu yoo ta’u artistotni dhufan ammoo:
1.       Hacalu Hundessa
2.       Abush Zeleke
Qophiin kun galma itti gaggeeffamufi sa’aa sagantaan itti jalqabu akkasumas odeefannoo dabalataa irra deebine isinii ergina. Warri dhaamsa kana argattanis warra odeeffannoo hinarganeef nudabarsaa.

Nagaa wajjin,

Koree, Ijaarsa Hawaasa Oromoo Oslo
Styret, Det Oromiske Samband i Oslo
Konto: 1607 51 68601

No comments:

Post a Comment